Thursday, July 14, 2016

‪#‎OromoProtests‬ Three people have been killed by TPLF soldiers in Awbare town, Gursum district in east Hararge. Those killed are identified as 
1. Ramadan Mahdi ( 10th grade student)
2. Abdi Jibri ( farmer)
3. Rashi Sule ( farmer)
============
Harargee Bahaa Aanaa Gursum magaalaa Awbarree keessatti namoonni sadi kan maqaan armaan olitti barraaye ajjeefamanii jiru.
(Ilman oromoo ajjeefamuu isaanii dhagahuu akka ifattan naaf gala. Booyuu irraa gara boochisuutti dabruu qabnaanis ejjannoo sirriti. Waan ta'uu qabuudha. Ni ta'as. Hammasiifuu garuu wareegamtoota keenya galmeessuun seenaaf dabarsuuf dirqamatu narra jira jedheen amana)                                                                                      

Add caption

No comments:

Post a Comment